Ifa Islaamaa
Introductions Ifa Islaamaa
Barnootaa amantaa Islaama wundaa waan walitti qabatuu.
Salaata Ibaadaa rabbii applikeshinin jedhu hordoftota amantaa muslimaaf applikeshinii Afaan oromoo ISAA jalqabaa yoo Ta'u. Waan inni ofkessatti qabatuu amunisi akkataa salaata, wudu'a, salaatii tokko maal guttachuu qabaa kan jedhufi walumaa galatti fiqii fi aqiida Muslima barsisaa.